Waggaatti namoota miliyeena 1.5 Laayibirariiwwan torba kan Bulchiinsa Raamsee keessatti argamu daawwata. Tokkoon tokkoo laabirariiwwan kanaa kitaabota garaa garaa, kompiitaroota mootummaa, tajaajilawwan, dareewwan fi sagantaalee addaa addaa namoota umurii garaa garaa keessa jiraniif dhiyeessu. Sa’aatii itti agarsiisanii fi kalaandarii sagantaa isaanii baruuf rclreads.org ilaalaa
- Maplewood
- Mounds View
- New Brighton
- North St. Paul
- Roseville
- Shoreview
- White Bear Lake
Kaardiin Laayibrarii Bulchiinsa Raamsee keessan siistama laayibirariiwwan uummataa naannoo meetirootti aragama kamiyyuu keessatti ni hojjata, Laayibrarii Uummataa Saint Paul dabalatee jechuudha.