Bulchiinsi Raamsee jirattoonni fi abbootiin qabeenyaa bifa salphaadhaan balfa hojiirra akka oolchanii fi balfa gataniif hawaasa waliin walitti dhufeenyaan hojjata. Balfa akka margaa fi baalaa (yard waste) bakka kosii itti gatan keessa buusun yakka. Jiraattonni balfaawwan akka margaa fi baalaa, qorichaa, balfaawwan mana keessaa kan miidhaa qaqqabsiisan, nyaata, wantoota ciccitoo ta’an fi orgaanikiiwwan gara caasawwan sassaabbii balfaa bulchiinsichaatti fiduudhaan naannoo keenya akka eegnu gargaarsa gochuu ni danda’u.
- Seven bakkeewwan balfa itti gatan yaardii.
- Wiirtuu omisha itti baraaran.
- Suphaa kilinikoota.
- Marsaa waggaa bakka balfa mana keessaa miidhaa geessisan itti gatamu.
- Sassaabbii hambaa nyaataa.
- Sanduuqawwan qoricha itti gatan.
- Irra deebiin akka hojiirra oolu gochuu: 651-633-EASY (3279)