Qoratamuun karaa tamsa’ina covid-19 ittiin ittisaniidha. Yoo mallattoo qabaatte dafii qoratami. Yoo covid-19’f saaxilamtee turtee fi garuu mallatoo hin qabaanne qoratamuun dura yoo xiqqaate guyyaa itti saaxilamte sana irraa kaasee guyyoota 5 guutuu turi.
To be confident you do not have COVID-19, the CDC and FDA currently recommend two negative antigen tests for people with symptoms or three antigen tests for those without symptoms, performed 48 hours apart. A single PCR test can also be used to confirm an antigen test result. Visit COVID-19 Testing: What You Need to Know for the CDC and FDA antigen testing recommendations.
COVID-19 ofiin qoratamuu / Meeshaa ittiin of qoratan kan bilisaa
Jiraattonni Minisootaa filannoo covid-19 ittiin qorataman hedduu qabu. Filannoon tokko ifiin if qorachuu kan bakka kamittuu godhamuu danda’uudha. Irra caalatti bu’aan qorannoo daqiiqaa 15 keessatti qophii taha.
Yaalii covid-19 kafaltiin maletti
Ati jiraataa Minisootaa yoo taatee fi dhibee covid-19 qoratamtee poozitivii yoo taate akkasuma mallattoon guyyoota 5 darban keessatti kan sirratti mullate yoo tahe tajaajila wallaansaa manatti kafalttiin maletti Biiroo fayyaa Minisootaa fi Cue Health’n kennaman akka carraa argachuu dandeessa.
Dhukkubsattoonni dhibee covid-19 yaalamuuf eeggachaa jiran cue health ilaaluun yokiin 1-833-283-8378 irratti bilbiluun eegaluu dandeessu.
Yaalaaf qoratamuu (Test to Treat)
Qoratamaa yaalamuun sagantaa akka biyyaatti jiruu fi bakka covid-19 itti qoratamuun yoo poozitivii taate achumatti dhiheessitoonni si qunnamaniidha. Yoo yaalamuuf carroomte achumatti qoricha fuchachuu fi siifiis ajajamuun danda’ama. Maaloo qorichoota dhiheenya kana fudhachaa jirtu iddoo beellamaa sanatti fidii koottu. Dhukkubsataan yaala barbaadu iddoo sana sa’aatii tokkoof turuuf karoorsuu qaba. Iddooleen kun muraasni duursanii beellama qabachuu gaafatu.
Find a provider using the ‘Test to treat locator' (agarsiiftuu iddoo qoratamaa yaalamuu) fayyadami.
Yaalii covid-19 toora sagantaa Teleheath jedhamuun
Namni minisootaa keessa jiraatuu fi qoratamee poositivii tahe tokko yaalii yaalaa bilisaa karaa sagantaa telehealth jedhamuu fi Biiroo fayyaa Minisootaan dhihaatu fudhachuu dandaya and Cue Health.
Argachuuf:
- Guyyoota shanan darbanitti qoratamtee poositivii taatee.
- Mallattoon guyyoota shanan dabran kana keessatti yoo si eegalte.
Bakka kamittuu qoratamtuu fi manattillee yoo qoratamte sagantaa kanatti fayyadamuu dandeeysa. The Treatment through Telehealth program is available to all people currently in Minnesota, regardless of residency or citizenship status. A state ID is NOT required. Tajaajila bilisaan argatta. Iddoo qoratani yaaluu jedhu gargaaramuun dhiheessitoota barbaadi.