Talaallii

Beginning of tab section with 3 tabs. Left and right arrow keys will navigate between tab navigation links.
- Kilinikoota Ramsii kaawuntiin gaggeeffamu
- Kilinikoota hariiroo hawaasummaa
- Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafachuu
Kilinikoota Ramsii kaawuntiin gaggeeffamu
The fall 2023 updated vaccine is not available at the clinics listed below. Please check back in 2-3 weeks for changes.
Ramzii kaawuntii keessatti Biiroon fayyaa Senpoo lii fi haldaaleen hawaasaa isaan faana shariikummaan hojjatan kilinikoota talaalliin covid-19 itti kennamu hundatti namoota umriin isaanii ji’a 6 fi sanaa ol tahaniif talaallii tolaan dhiheessaa jiru.
- Waraqaa eenyummaa yokiin Insuraansii fayyaa qabaachuun hin barbaachisu.
- You can get an updated shot with Ramsey County, even if you got other doses somewhere else.
- Kilinikoota talaalliin Ramzii kaawuntiin gaggeeffamaa jirutti haguuggii fuulaa godhachuun dirqama.
Consulate of Mexico
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Onkololeessa 4 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
- Onkololeessa 11 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu
To schedule please call 612-296-4172.
Beellama qabachuun duratti
- Yoo nama covid-19 qoratamee poozitivii tahee wajjiin wal qunnamte , yoo ho’a qaamaa qabaattee fi haalli gaariin sitti dhagahamaa hin jiru tahe gara kilinikaa hin dhufin.
Yeroo beellamaatti wanni sirraa eegamu
- Maqaa kee fi kan akaakayyuu keetii, bara dhalootaa fi teessoo jireenyaa kee himuu.
- Xalayaa eenyummaa fi insuraansii fayyaa fiduun sirra hin jiraatu.
- Erga talaallii fudhatteen booda si ilaaluuf daqiiqaa 15-30 achi taa’uuf karoorsi.
Kilinikoota hariiroo hawaasummaa
The fall 2023 updated vaccine is not available at the clinics listed below. Please check back in 2-3 weeks for changes.
Irra caalaan kinikoota hawaasaa (community partners) tajaajila talaallii karaa Ramsii kaawuntiitiin kennu. Kilinika toora kee jiru barbaadi. Maaloo kilinikoota kawaasaa (community partner clinics) fuula duraaf irra deebiin ilaalii mirkaneeffadhu.
CAPI
5930 Brooklyn Blvd,
Brooklyn Center, 55429
- Fuulbana 28 (11WD - 3WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Brian Coyle Center
420 S. 15th Ave.,
Minneapolis, 55454
- Fuulbana 29 (12WB – 4WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Camphor Church with CWC
585 Fuller Ave.,
Saint Paul, 55103
- Fuulbana 29 (3WB - 6WB)
Pfizer 12 years+ bivalent any dose. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
AICS 24th Street Mall
912 East 24th Street
Minneapolis, 55404
- Fuulbana 30 (2WB - 6WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Church of St. Katharine Drexel
7101 143rd Ave. NW-Suite G,
Ramsey, 55303
- Fuulbana 30 (10WD – 2WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Hmong Resource Fair—Community School of Excellence
270 Larpenteur Ave. W.,
Saint Paul, 55113
- Fuulbana 30 (10WD – 2WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Immanuel Baptist Tabernacle
4505 Halifax Ave. N.,
Minneapolis, 55422
- Fuulbana 30 (11:30WD – 2:30WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Mt. Olivet Baptist Church
451 Central Ave. W.,
Saint Paul, 55103
- Onkololeessa 1 (10WD – 1WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Assumption Catholic Church
305 E. 77th St.,
Richfield, 55423
- Onkololeessa 1 (12WB - 2WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Mexican Consulate with St. Mary’s
797 East 7th St.
Saint Paul 55106
- Onkololeessa 2 (9WD - 1WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
The Family Partnership
1527 East Lake St.,
Minneapolis, 55407
- Onkololeessa 3 (12WB - 4WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot. Mpox vaccine.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
CLUES
797 East 7th Street,
Saint Paul, 55106
- Onkololeessa 3 (1:30WB – 5:30WB)
Pfizer dhaaf ji’a 6 + madinummaa olguddifachuuf dabalataan kan fudhatamu. Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Health Commons East—Conway Recreation Center
2090 Conway St.,
Saint Paul, 55119
- Onkololeessa 3 (2WB – 5WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Society of St. Vincent de Paul
2939 12th Ave. S.,
Minneapolis, 55407
- Onkololeessa 4 (9WD – 1WB)
Flu shot.
Beellama qabachuun hin barbaachisu.
Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafachuu
The fall 2023 updated vaccine is not yet available through this program. Please check back in 2-3 weeks for changes.
Beellamni Talaallii covid-19 manatti fudhachuuf gaafatamu karaa biiroo fayyaa Minisootaatiin jira. Tajaajilli kun namoota mana keeysa jiraatanii fi ijoolleedhaafi. Learn more.
Beellama qabadhu
1-833-431-2053 Bilbili. Tajaajilli afaanii ni jira.
- Wixata, Roobii, Jimaata WD sa`aa 9 hanga WB sa’aa 5tti
- Kibxata, Kamisa WD sa’aa 9 hanga WB sa`aa 7.