Odeeffannoo Kaawuntii Raamsey afaan Oromoo

Baga gara marsariitii odeeffannoo Kaawuntii Raamsey afaan Oromootti nagaan dhuftan.

Fuulonni kanaa gadi jiran ogeessan gara afaan Oromootti hiikkaman garuu gara fuulota odeeffannoo sagantaa afaan Ingiliffaatin caalatti gadi-fageenya qabanitti geessuu mala. Turjumaana fuula kamiyyuu argachuudhaf, Google Translate yookan Bing Translator faayidaa irra ooluu danda'u.

Nuti yeroo hunda qabiyyee dabalataa afaan Oromootti hiikudhaaf hojjechaa jirra.

Ramsii kaawuntiin tajaajila hiika afaanii(Turjumaana) bilbilaan afaanota 170 kenna. Tajaajila kana argachuuf 651-266-8500 irratti bilbili. Keessumeessitoonni hojjattoota iddoo hunda jiranii fi warreen afaan siif hiiku waliin wal si qunnamsiisuun si gargaaru.

COVID-19

Odeeffannoo Covid-19

Tajaajilootaa fi sagantaalee

Wiirtuwwan Tajaajilaa

Wiirtuwwan Tajaajilaa Bulchiinsa Ramsey, jirattoota tajaajilawwan bulchiinsicha keessatti argaman deggersa fuula fuulan kennamu, bakka hojii kompiitaraa beellama irratti hundaa’e, saanduqawwan dookumentii keessa kaa’an dabalatee tajaajilawwan gosa garaa garaa waliin wal isaan qunnamsiisa.

Bakkeewwanii fi sa'aatiwwan