Eegumsaaf wanneen barbaachisuu fi Miidhaaleei

Yoo waa'ee nageenyummaa keetii yookaan nama beektan kan biroo tokkoof yaaddoftan tahe, 911 irratti bilbilaa.

Miidhaa Mana Keessaatti namarra gahu.

651-645-2824

Rakkoo Fayyaa Sammuu Ga’eessotaa

651-266-7900

Tajaajiloota Fayyaa Sammuu Daa'immanii

651-266-7878

Sarara bilbilaa COVID-19

Gaaffilee waa'ee talaallii COVID-19 Ramsii Kaawuntii keessatti.

651-266-1198