Hojii fi Carraa Tola Ooltummaa

Contact us

Hojii iddoo tajaajila ummataa keessatti hordofaa!

Carraa Hojii

Gitoota hojii sa’aa guutuu fi sa’aa muraasa, kan yeroo murtaa’aa, kan yeroo gabaa fi waliigalteen hojjatamuu fi ogummaawwan hedduun keessatti argaman qabna.

Nuti Kafaltii mishaa(gaarii) kan kafalluu fi iyyattoota hunda kan simannuudha (iyyachuuf jiraataa kaawuntii ta’uun si hin barbaachisu).

hojii banaa amma jiru ilaaluuf, gita hujii qabnuu fi faayidaa nuti laannu yokiin yeroo hujiin banaa tahetti ergaan gara iimeeliin ergaan akka si dhaqqabuuf galmaahuu yoo barbaadde toora weebsaayitii keenyaa ilaali.

Tola ooltummaa

Dandeettii adda addaa horadhu, waa’ee carraa hojii caalaatti barachuun hiriyoota kee haaraa qunnamuun bifa tola ooltummaatiin Ramsi kaawuntii qunnamuu dandeessa.

Meeshaalee mana kitaabaa keenya keessatti sheelfii(sanduuqa dhaabbataa) irra kaa’uu irraa kaasee hanga hojjettoota deeggarsa dhaabbilee nageenya hawaasaa keenyaa keessatti carraawwan hedduu ta’an ni argamu.

 

Nama fedhiidhaan hojjatu

Fedhiidhan Bulchiinsa Raamsee waliin hojjachuudhaan ogummaa keessan guddisaa, waa’ee carraawwan hojii caalmatti baraa, hiriyoota fi teessoowwan haaraa waliin wal baraa. Hojjattoonni keenya kan fedhii isaanitiin hojjatan waggaatti sa’aatii kumaatamaan lakkaa’amu hawaasa keenya gargaarudhaan dabarsu. Laayibrariiwwan keenya keessatti meeshaalee sirreessuu irraa kaasee hanga ejansiiwwan nageenya uummata keenyaatti nama gargaarutti carraawwan heddutu jira.

Nama fedhiidhaan hojjatu