An air quality alert has been issued for Ramsey County until 11 p.m. June 12. Current air quality conditions.
Ramsii kaawuntiin jiraattotaa fi daldaltootaaf haala salphaa tahuun wantoota deebisanii jijjiiruun itti fayyadamuun danda’amuu fi balfa tahan gatuu irratti michoowwan hawaasaa waliin walitti dhiyeenyaan hojjata. Balfaa fi kosii adda addaa mooraa keessaa walitti qabame iddoo balfi itti gatamu keeysa kaahuun yakka.
Jiraattonni balfa yokiin kosii mooraa keessaa, qoricha, balfa balaafamaa mana keessaabaafaman, haftee nyaataa fi wantoota orgaanikiigara toora iddoo mijjataa wanneen kana ittigatuuf kaawuntiidhaan qophaawan keessaa kanisaanitti dhihaatu geessuun naannoo keenya eeguu danda’u.
651-633-3279 (EASY) Answered 24/7
Contact form
Live chat