Paarkii fi Bashannana

Contact us

Ramsii Kaawuntiin paarkilee fi iddoolee bashannanaa baayyee tahan kan jiraattotaaf carraa ittiin booharuu hedduu dhiheessee fi daawwattootaaf ammoo ala bahuun akka haara galfatanii fi ittiin booharan godhu Walumaagalatti ballina lafaatiin Akraa 7,900 ol kan qabu qopheessite.

Wiirtuu Miidhagina Uumamaa Tamarack

Paarkiwwan, daandiwwan paarkii keessaa fi qabeenyawwan uumamaa

Dirree fi dahoowwan ispoortii gosa garaa garaa

Bakka Paarkii Bishaanii Itti Taphatan

Golfii