Filannoo fi Filachuu

Contact us

Gaaffilee waa'ee talaallii COVID-19 Ramsii Kaawuntii keessaatiif.

Ramsii Kaawuntiin Biiroo(waajjira) filannoo guddaa Minisootaa keessatti kan hogganu, filannoo Senpool , magaalota biroo 11 fi kutaalee mana barumsaa afur kan bulchuudha.

sagalee kennuu, galmaahuu fi bakka sagaleen itti kennamu irratti gargaarsa yoo barbaadde Biiroo(waajjira) qunnamaa.

Abbootii Murtii Filannoo

Abbootiin murtii filannoo namoota bakka buufata filannoon itti gaggeeffamu, filannoo marsaa duraa fi waliigalaa akkasumas yeroo sagaleen kennamuttiis bakka sana hpjjataniidha. Maallaqa argachuu, ollaa kee waliin wal arguu fi filannoon haala haqa qabeessa ta’een akka gaggeeffamu gargaaruu dandeessa.

Filachuudhaaf galmaa’aa!

Filattoonni ulaagaa filachuu guutan filachuuf galmaa'uu danda'u - ykn galmee isaanii toora oonlaayinii mnvotes.org jedhu irratti iddoo jireenyaa yoo haarawatti jijjiiratan tahe haaromsuu danda'u.