Manneen Kitaabaa

Contact us

Namoonni miliyoona 1.5 ol ta’an waggaa waggaatti bakkeewwan mana kitaabaa torba ta’anii fi Ramsii kaawuntii keessa jiran daawwatu.Tokkoon tokkoon bakkeewwan sanaa meeshaalee addaa danuu, koompitara ummataa, tajaajiloota, dareelee fi taateewwan(sagantaa) namoota umrii hundaaf qophaawan ni dhiheessu.Bakkeewwan sa’aatii wajjiinii fi kalaandariisagantaa(taatewwanii) guutuu isaaf toora  rclreads.org daawwadhaa.

  • Maappilwuud
  • Maawundisviiw
  • Niwubiraayitan
  • kaaba Seenpool
  • Roosveel
  • Shoorviiw
  • Waayitbiir Leek

Kaardii Mana Kitaabaa kee kan Ramsii kaawuntii iddoolee mana kitaabaa ummataa(hawaasaa) tahee fi naannoo meetiroo jedhamutti argamu, Mana Kitaabaa Uummataa Seenpool dabalatee, kamittuu fayyadamuu dandeessa.

Mana Kitaabaa Seeraa

Manni Kitaabaa Seeraa Ramsii kaawuntii kan Senpool keessa galma magaalaa seempool keessatti argamuu fi Ramsey county court house jedhamu jiraattotaaf odeeffannoo bilisaa dhimma seeraan wal qabatanii fi gargaarsa ni kenna.

 

Laayibrarii Seeraa

Laayibrariin Seerraa Bulchiinsa Raamsee kan Galma Magaala Saint Paul keessatti argamu – Manni Murtii Bulchiinsa Raamsee deggersa fi gorsa seeran wal qabatan jirattotaaf bilisaan dhiyeessa.